2 Kings 23:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Takuma hayyuuni tokoleeni ka Israeli yokhaani ka Yudaleeni jila Pasaka ta akasi intolchine haga jaallabooti lafa mohate asi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Abbootiin murti'ii biyya bulchan irraa jalqabee haga ammaa karaa mootota Israa'elii yookaan Yihuuda'aatiin ayyaanni Faasika'aa ka kana fakkaatu ayyaanteffamee hin beekkamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara abbootiin mura'aa Israa'el sooressitee jalqabee, haga bara mootota Israa'eliitii fi Yihuda'aa mara keessatti Jilti Irra Dabaramaa ta akkasii jilifantee hin beettu.