2 Kings 23:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isa durati yokhaani eegi isaale hayyuuni aka Yosia AABBO Waaqa garaafi qalbiifi irreeni hojate Seera Musa ch'ufa guute, tokoleeni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akka Iyyoosiyaasii seera Muuse'eetii ajajamu'uun onnee guutu'uun, qalbii ufii guutu'uu fi hunna ufii guutu'uun Rabbiin tajaajile hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma seera Muuse'ee keessatti barreeffante, gadhaa tokkochaan, lubbuu takkatti'iin, hunna takkatti'iin gara Mootii Waan Maraa ka deebi'e, mootiin akka Yosiyaasii, isaan dura yookiin isaan duubaa hin dhagganne.