2 Kings 23:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqa dallansuuni inni waan Manaseeni tolche gula worra Yudati dallane taani diqole iraa ingalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu wonti kun maruu ta'ee sababaa mootichi Minaaseen waan hamaa godheef lolli Rabbii hamaan ka Yihuudaa irratti ka'e haga adhaa hin dhaabanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee Minaaseen waan godhe maraan, Mootiin Waan Maraa akka aaru waan godheef, aariin isaa guddoon ta Yihudaa irratti bobeette haga ammaa hin qabbanoonne.