2 Kings 23:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni Misiri ka Neko jed'ani kaani isa qabe hid'e Ribla ta lafa Hamathiti geese akasiini inni hayyuma ufi d'abe. Ammalle inni worra Yuda qarsi kilo kuma saditifi d'ibba afuritiifi worqi kilo sodomi afuri baasisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa mootiin Misirii ka Nikaa'uu jedhamee waamamu Iyyoo'akaaz akka Yerusaalemiin irratti hin moone Rabilaa biyya Haamaatii keessatti argamtutti hidhee baniin Yihuuda'aa gibira saqilii dhibba tokkoo fi worqii saqilii tokko akka gabbaru hennaa godhe saqiliin sun bara dhuma mootummaa Iyyoo'akaazii itti raawwate ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yeho'ahaaz Yerusaalem akka hin bulchine, mootiin Gibxi'ii Nekoon lafa Haamaatii keessa addee «Riiblaa» jedhantutti isa hiisisee, kolbaan biyya Yihuda'aa meetii kiiloogiraamii kuma sadii fi dhibba afur, worqii kiiloogiraamii soddomii afur gibira akka kaffalanu godhe.