2 Kings 23:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yehoiakimuni qabeenna nama gula damoosa nama iraa guure, aka hori hayyuuni Misiri fed'u kaani qit'eesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aaqem birri'ii fi worqii mootichi Nikaa'u gaafate kaffale; waan kana kaffalu'uuf namni maruu haga ufii danda'u akka kaffalu banii gibira gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yehoyaaqiim meeti'ii fi worqii mootichi Gibxi'ii Nekoon isa gaafate kaffaliisaaf, kolbaan lafa sanii akka dandeettii ifiititti gibira akka kaffaltu godhe.