2 Kings 23:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna Yehoiakimu diddami shani gaafi inni hayyu Yuda tahe, ammalle inni Yerusalemu keesa ganna kud'ani toko lafa mohate. Maqaani haad'a isaa Zebida isiini dubra Pedaya ka dira Ruma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aaqem hennaa moowu nama umurii diddamii shanii ture; inni teessoo ufii Yerusaalemiin keessa godhatee woggaa kudha tokko bulche; haati isaa ta Zaabidaa jedhamtee waamamtu mucattii Faadiya'aa dhalattuu biyya Rooma'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehoyaaqiim yennaa mootii te'e nama woggaa diddamii shanii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee, woggaa kudhanii tokko bulche; maqaan haadha isaa Zabudaan; isiin intala Phedaayaa nama qachaa Ruma'aa ti.