2 Kings 23:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni akheekha waaqa Ashera jed'anile Mana Waaqa keesa fuud'e, dira keesa alati baase, laga Kidroni keesati gube, d'ukeese d'uke sunile lafa nama iti awaalaniti firfirse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee itti waaqeffamu ka mukaa waaqa tolfamaa Asheeraa jedhamu mana Rabbii keessaa baasee Yerusaalemiin alatti dhooqa Qeedirooniititti gubee daaraa godhee daaraa san awwaala bani'ii irratti bittinneesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fakkii waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu Galma Mootii Waan Maraa keessaa baasee, qachaa Yerusaalemiitiin alatti gara diida dhooqa Qedroonii geessee achitti gube; achiin duuba daakee bulleessee, daadhaa san awwaala namootaa irratti bittinneesse.