2 Kings 23:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalole suni Mana Waaqa keesa hojachu d'owani, ammo akuma qaalole taani d'ibi qit'a bukho inqamne nyaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni sunniinillee mana woyyuu keessatti akka hin tajaajille dhooggaman; garuu xoroshoo goshoota gadootaatii kennamu ka hin tuqamne akka nyaatan isaanii eeyyamamee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti addee waaqonfanna'aa tajaajilanu sun addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa ta Yerusaalem keessaa irratti ciincaa dhikeessuu dhabanulle hayyoota firoottan ifii woliin daabboo uukoo hin qanne nyaatane.