2 Kings 24:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nebukadrezani Yekoniafi haad'a isaatiifi nad'eeni isaatiifi jaallaboota isaatiifi ammalle jaarole lafa Yuda ch'ufa qaqabe boojie lafa Babiloni geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nabukadanatsoor Ikooniyaaniin hidhee haadha isaa, haawwota biraa, worra baallii qabanii fi namoota gugurdaa Yihuuda'aa maraa wolitti qabee gara Baabiloonii fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii Nebukadnezaar Yehoyaakiinii mooticha, haadha isaa, niitota isaa, qondaaltota mana mootummaa isaatii fi sooressitoota Yihuda'aa Yerusaalem irraa gara Baabilonii booji'e.