2 Kings 24:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nebukadrezani abuyya Yekonia, ka Mattania jed'ani, hayyu tolche, maqa jijire Sedekia baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nabukadanatsoor bikka Ikooniyaanii eessuma Ikooniyaanii ka Maataaniyaa jedhamee waamamu Yihuudaa irratti mootii taasisee maqaa isaa jijjiiree Seedeeqiyaas jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii Nebukadnezaar abbaa diqqaa Yehoyaakiinii Mataaniyaa addee Yehoyaakiiniititti mootii godhee, maqaa isaa jijjiiree, «Zedeqiiyaa» jedhe.