2 Kings 24:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Sedekia diddami toko gaafa inni hayyu Yuda tahe, ammalle inni ganna kud'ani toko Yerusalemu keesa lafa mohate. Haad'a isaa maqaani Hamutali, isiini dubra Yeremia, ka dira Libna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seedeeqiyaas hennaa Yihuudaa irratti moowu nama umurii diddamii tokkoo ture; inni teessoo ufii Yerusaalemiin keessa godhatee woggaa kudha tokko bulche; haati isaa ta Amixaa jedhamtu mucattii Ermiyaasii dhalattu ta qachaa Libina'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zedeqiiyaan yennaa mootii te'e nama woggaa diddamii tokko ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee, woggaa kudhanii tokko bulche. Maqaan haadha isaa Hamutaal; isiin intala Ermiyaasii nama qachaa Liibana'aa ti.