2 Kings 24:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi duula heddu worra Babilonifa ka Shamufa ka Moabufa ka Amonifa lafa Yuda balleesiti iti erge, akuma AABBO Waaqa hojattu isaa ta raagatini jed'e kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Yihuudaa balleessu'uuf karaa garboota ufii wonti raattotaan dubbate akka raawwatamu Iyyoo'aaqemiin irratti loltoota Baabiloonii, loltoota Sooriya'aa, loltoota Moo'aabiitii fi Amoonotaa kaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa karaa tajaajiltoota ifii raagotaatiin akkuma dubbate garee loltoota Baabilonii, garee loltoota Sooriya'aa, garee loltoota Mo'aabiitii fi garee loltoota Amoonotaa mooticha Yehoyaaqiim irratti kaasee, biyya Yihuda'aa akka balleessanuuf erge.