2 Kings 24:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Misiritiifi askartini isaa ituma deebite lafa isaani keesaa imbaane, wonti akanatiifi hayyu Babiloniti lafa duri Misiriini mohatu ch'ufa mohate; lafti sunini galaana Fratiti ejite haga muumme seera lafa Misiri moga mirgati ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Baabiloonii laga Eefraaxisiitii haga biyya Misirii ta daangaa gara kaabaatiin jirtuu qabeenna Misirii maraa uf jala taasisee waan tureef mootiin Misiriitii fi loltoonni isaa achiin maayessa Misiriin alatti gara biraa hin duulle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii lafa Gibxi qabattee turte mara, laga Gibxi'iitii kaasee haga laga Efraaxiisii waan qabateef, mootiin Gibxi'ii biyya ifiitii bayee deebi'ee hin duulle.