2 Kings 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yekonia ganni isaa kud'ani saddeeti gaafa inni hayyu Yuda tahe ammalle inni Yerusalemu keesa jia sadi lafa mohate. Maqaani haad'a isaa Nehushta, ta dubra Elnathani, ka dira Yerusalemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aakin hennaa Yihuudaa irratti moowu nama umurii kudha saddeetii ture; inni hulee jireenna ufii Yerusaalemiin keessa godhatee ji'a sadihii bulche; haati isaa ta Neestaa jedhamtee waamamtu mucattii Eelnaata'aa dhalattuu biyya Yerusaalemii turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehoyaakiin yennaa mootii te'e nama woggaa kudhanii saddeetii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee, ji'a sad bulche. Maqaan haadha isaa Nehushta'a; isiin intala Elnaataanii nama qachaa Yerusaalemii ti.