2 Kings 25:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
askartini isaleeni naabo diraani marsani jaarani ch'ufa ch'ach'absite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana namoota gugurda'aa ka worra Yerusaalemiin keessa jiraataniitii fi manniin qachattii san keessa jiran maraa ibiddaan gube; loltoonni Kalaadaawotaa ka ajajaa waardiyyoota mana mootummaa mootii woliin jiran dallawa dhaga'aan ijaarame ka Yerusaalemii hin diigan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti Baabilonii ta ajajaa loltoota mooticha eeganuun sooreffamanu, dalleya dhaka'aa ka qachaa Yerusaalemiititti marfameeru diigane.