2 Kings 25:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni hiyyeeyi woma inqamne lafa Yudati lakise, aka worri zabibu tisse oobrule qotu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaan waardiyyootaa hiyyeeyyii hunna hin qabne akka isaan biqiltuu dhaabanii fi akka lafa qotan biyya Yihuuda'aa keessatti dhiisee deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hiyyeeyyii ijjumaa wo hin qanne garii ammoo, muka woyni'ii akka dhaabanuu fi fichaa akka qotanu lafa Yihuda'aa keessatti lakkisee deeme.