2 Kings 25:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri daboolafi eele daara iti haranifi miha ifseeni qorqoratanifi qori d'iiga sorio iti naqanifi qori hit'aana iti aarsanifi miha Mana Waaqatini hojattani, ka sibiila diimani mid'aasani ch'ufa, itiini d'aabatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee xuwwiin, gadhii ibidda ittiin fudhatan, waan ibidda ittiin qabsiisan, girgiraa hixaanaatii fi meeshaa mana woyyuu keessatti ittiin hojjatan ka sibiila diimaa irraa hojjatame maraa fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma isaan okkotee sageettu'uu, akkaafaa sageettu'uu, qaraphaa issaa ittiin dhaanfanu ka sageettu'uu, girgiraa sageettu'uu, meya sageettuu irraa hujame ka Galma Waaqaa keessatti ittiin tajaajilanu mara, fudhatanee deemane.