2 Kings 25:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miha Solomonini sibiila diimani Mana Waaqaati mid'aase utuba lamaanifi waan aka gaari kaanifi haro gingitini taanile dandaani ulfinna isii imbiimani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni sunniin meeshaa mootiin Solomoon mana woyyu'uutiif hojjachiise utubaawwan lamaan waan meeshaa irra kaayan ka akka gaari'ii gangalatuu fi gongaa guddaa bisaan itti kuufamu waan ulfaatuuf madaaluu dadhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Madaalliin utuboota lamaa ka sageettu'uu, waabaa bisaanii ka sageettu'uu, waan meya irra keyanu ka sageettu'uu ka korboo qabanuu, ka mootichi Solomoon Galma Mootii Waan Maraatiif hujee hagana hin jedhamu.