2 Kings 25:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana male Nebuzaradanini ka gudda askarti, qaallicha gudda Seraya jed'anifi, Sefania ka isati aanufi ammalle jara gugurda Mana Waaqa keesa hojattu, nama sadi qaqabe Babiloni geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naabuzardaan ajajaan loltootaa Sarayaanii gadicha, Sofoniyaasii gadicha ka isatti aanee hojjatuu fi waardiyyoota sadiin mana woyyuu eeganillee booji'ee fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan loltoota mooticha eedduu Nebuzaraadaan, Seraayaa hayyicha sooressa, hayyicha itti aanaa Sefaaniya'aatii fi eeddota karraa sadiin booji'e.