2 Kings 25:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira keesa, inni nama askarti ch'ufaa matatifi, nama shani ka makala hayyu, ka dira keesati hafefi namicha nama askartii matati aanu, ka waan askarti lafa suni ch'ufa t'aafufi ammalle nama jaatama d'ibi ka gurra qabu ch'ufa woliini qabe geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni baallii qabu ajajaan loltootaa ka qachattii sanii haga hennaa sanii namoota shanan ka mootichaa gorsa kennan nama baallii qabu ka loltoota lolaaf duulchisuu fi namoota biraa jahaatama fudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa keessatti worra hafane keessaa ajajaa loltootaa, gorsitoota mootichaa shanan, barreessaa ajajaa loltootaa ka kolbaa lafa sanii duulaaf filuu fi namoota dhibii ka qachaa san keessatti dhaggamanu jaatama fuudhee deeme.