2 Kings 25:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nebuzaradanini, ka gudda askarti, worra kana ch'ufa guure, hayyu Babiloni, ka Ribla jiruti, geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naabuzardaan namoota kanniin maraa fuudhee gara mootii Baabiloonii qachattii bulchiinsa Haamaatii jala jirtuu gara Ribila'aa fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan loltootaa Nebuzaraadaan, isaan mara gara mootii Baabilonii ka qachaa Riiblaa keessa jiruu geesse.