2 Kings 25:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti lafa Hamathiti hayyicha worra d'aane lubbule fit'e. Duuba akanaani worra Yuda lafa worra keesaa boojiani lafa d'ibi geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi achitti isaan tumsiisee rakkisee du'aan isaan adabe; akkaataa kanaan baniin Yihuuda'aa biyya ufiitii booji'amanii fudhataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii lafa Haamaatii Riiblaa keessatti isaan ijjeesise. Maarre kolbaan Yihuda'aa lafa ifii irraa booji'amane deemane.