2 Kings 25:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gedaliani worrati kakhate waan jed'e, Wonti isani worra Babiloni iraa d'eetani injirtu, lafa tanati qubad'a, hayyu Babiloniti hojad'a, akanaani bulti argattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Godoliyaas isaanii fi loltoota isaaniitiin «Sababaa worri Baabiloonii ka baallii qaban isin sodaachisaniif akka mudaan tokkollee isin irra hin geenne waadaa isinii seena; biyya kana keessatti jireenna keessan ijaaradhaa'a; yoo waan kana gootan wonti maruu isinii qajeela» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gedaaliyaan isaaniin, «Qondaaltota Baabilonii hin sodaatina'a; lafuma tana keessa le'a'a; mootii Baabilonii tajaajila'a; wonni marti isiniif hin teeti» jedhee isaaniif kakate.