2 Kings 25:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Israeli, dureeyyiifi, hiyyeeyifi worri askartiti mataa woliini kaani; maro worra Babiloni sodaatanifi lafa Misiri d'aqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Kalaadaawotaa diqqaa irraa haga gudda'aa baniin maruu waan sodaataniif ajajoonni loltootaa maruu ka'anii gara Misirii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan marti worra Baabilonii waan sodaatteef, diqqa'aa haga gudda'aatitti, ajajjoota loltootaa woliin ka'anee, gara biyya Gibxi'ii baqatane.