2 Kings 25:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Yekonia dubbi dansa iti dubbate, hayyoota isa woliini boojiani taani ch'ufa iraa ulfeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoormaaroodeeqi Yoo'aakiif waan mishaa godhe; mootota booji'amanii biyya Baabiloonii keessa jiraatan keessaa ulfinna maraa caalu kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ewiil-Marodaak gadhi-laafinnaan Yehoyaakiin dubbisee, mootota dhibii ta isa woliin Baabilonii keessa jirtu caalaa ulfinna guddaa kenneef.