2 Kings 25:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Yekoniani woya gaafa isa hid'ani keeyachiisani taani jijirate haga jiru ch'ufa mana hayyu keesa hayyu woliini sagale nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Yoo'aak uffata mana hidha'aa keessatti uffatu jijjiiree haga lubbu'uun jiru akka mana mootichaatii nyaatu eeyyamameef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre yennaa sanii jalqabee Yehoyaakiin woyaa ifii ta mana hidha'aa jijjiiratee, haga jiruu ifii qorii mootichaa keessaa nyaate.