2 Kings 25:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo askartini Babiloni hayyu Sedekia reebde diida Yerikoti d'aqabde jennaani askartini isaa ch'ufti biraa baqatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lotoonni Baabiloonii garuu mootii Seedeeqiyaasiin ari'a'aa raasaa Iyyaarikoo biratti argamutti booji'e loltoonni gatanii dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltooti Baabilonii ammoo, Zedeqiiyaa mooticha ariitee, diida Yeriko'oo keessatti isa dhaqqadde; loltooti isaa marti isa lakkittee baqatte.