2 Kings 25:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani isaa ila isaa durati fit'ani isale ila keesa guurani sansalatani hid'ani Babiloni geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seedeeqiyaas uduu ijji isaa argitu ijoolleen isaa qalaman; kanaan maayessa Nabukadanatsoor Seedeeqiyaasiin ija keessaa baasee harka isaa haada sibiilaatiin hidhee gara Baabiloonii fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ilmaan Zedeqiiya'aa, isuma duratti ijjeesane; achiin duuba ila isaa lamaanuu keessaa baasanee, wodaroo sageettu'uutiin hidhanee gara Baabilonii geessane.