2 Kings 25:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Mana Waaqatifi mana hayyuutifi maneeni nama gugurda ka Yerusalemu ch'ufa gube,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni mana woyyuu Rabbiitii fi mana mootummaa mootichaa ibiddaan gube.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Mootii Waan Maraa, mana mootumma'aa, mana Yerusaalem keessaa mara gube; mana gugurdaa mara gubee balleesse.