2 Kings 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yehoshefathini waan jed'eeni, Raagi arma jira, ka nu AABBO Waaqa wo nuu gaafad'u jennuuni? Namichi hayyu Israeliti hojatu toko waan jed'eeni, Elisha, ilma Shafati ka duri Eliya jala hojatuti arma jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoosaafixi, «Raattichi karaa isaatiin Rabbiin waa gaafannu as hin jiruu?» jedhee gaafate. Ajajoota loltoota Iyyooraamii keessaa namni tokko «Eelsaa'i ilmi Saafaaxii ka Eeliyaasiin gargaara'aa ture as jira» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yoshaafaax ammoo, «Raagichi Mootii Waan Maraa ka nuuti karaa isaatiin Mootii Waan Maraa gaafannu as hin jiruu?» jedhee gaafate. Tajaajiltoota mootii Israa'elii keessaa tokko, «Ilmi Shaafaaxii Elsaa'i ka dur Eliyaas tajaajilaa ture as jira» jedhee deebise.