2 Kings 3:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan hayyu Israelitini jed'e, Anini maanifi si qarqaara, beeni, raagoota abbeetifi haate gula yaani d'aqi. Ammo hayyuuni Israeli waan jed'eeni, Hiyo, laki, achi ind'aqu, nami hayyoota sadeeni tana harka Moabuti kenne AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i mooticha Iyyooraamiin, «Ani wonti si gargaaruuf maali'i? gara raattota abbeetiitii fi haatetii dhaqii isaan gaafadhu!» jedheen. Mootichi Iyyooraamillee, «Akkasii mitii Rabbi nu sadiinuu akka mootiin Moo'aabii nu mooyatu taasisu'uuf nu waameera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i, mooticha Israa'eliitiin, «Nu maan wol irraa qanna? Gara raagota abbaa keetiitii fi haadha teetii dhaqii gaafadhu» jedhe. Mootichi Israa'elii deebisee, «Waawwo'o! Nu mootota sadiin tana harka worra Mo'aabiititti dabarsee kenniisaaf ka waame Mootii Waan Maraa ti» jedhe.