2 Kings 3:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan jed'eeni, Maqa AABBO Waaqa gudda anini hojad'uni kakhad'a, anini sila woma sira inqabu, ammo amma Yehoshefathi, hayyu Yuda, ka goli teeti kana iraa ch'eera.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'illee, «Maqaa Rabbii jiraataa gooftaa banii maraatiin siin jedhaa uduu mootii biyya Yihuuda'aa Iyyoosaafixiin saalfachuu baadhee silaa waan tokkollee si hin godhu ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'ille, «Dhugaa Mootii Waan Maraa jiraataa, Waaqa Waan Mara Dadee, ka ani tajaajiluu, ulfinna Yoshaafaaxii mooticha Yihuda'aatiif malee, ani ilaanuu si hin ilaaluuyyu yookiin si dhaggu'uuyyuu hin barbaadu.