2 Kings 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan jed'e, Wonti AABBO Waaqi jed'u tana: Laga kana ch'ufa haro keesati qoqota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi akkana jedha, ‹Dhooqa goge kanniin maraa keessatti boolla bisaanii qotaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'ille, «Mootiin Waan Maraa, ‹Dhooqi tun boolla bisaaniitiin hin guutanti.