2 Kings 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche, ammo haad'afi abba isaa ira gooma; ammalle akheekha abbaani isaa Baali mid'aase kaanile ch'abse balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni cubbuu hojjatee Rabbiin gaddisiise; garuu akka abba'aa fi haadha isaa Eelzaabeelii nama badaa hin turre; waaqa tolfamaa ba'aal jedhamu ka abbaan isaa waaqeffatu'uuf hojjatee ture balleesse;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka abbaa ifiitii fi haadha ifii hammeenna hujuu dhabaatulle, Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujeera; te'uu malee soodduu woyyittii Ba'aalii ta abbaan isaa huje san diige.