2 Kings 3:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Moabu aka hayyooti sadeeni suni worra had'u d'ufte d'agaye jennaani, nama miha lolaatiini yau dandau ch'ufa, diqaafi guddale ch'ufa, wolti yaame, fulla seera lafa suniti wolti baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi Moo'aabii maruu akka mootonni sadan isaaniin lolu'uuf dhufan haga dhagayan worri guraadee hidhatu maruu yaa'anii wol gayanii daangaa biyya ufii irra dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mo'aaboti marti akka moototi sadiin sun isaan loliisaaf dhufane yennaa dhage'ane, nama meya lolaa hidhatuu dande'u mara dargaggeeyyi'ii fi jaarsolee wolitti waamanee, meessaa biyya sanii irratti eegane.