2 Kings 3:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'e, Woni kunini d'iiga! Hayyooti sadeeni taani ya woli haate wolballeesite! Nu yaasa, d'anneti bulto worraa saamana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isaan laagaa ufii ol qabatanii «Wonti kun dhiiga! loltoonni diintota teenna sadiinii ufumaa wol goorra'aa wol fixaniiranii! eeganaa deemnee qe'ee isaanii haa saamnuu!» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, «Kun dhiiga! Moototi sadiin sun wol lolanee wol qalaneeran; Mo'aabota, Ka'aa dhandhee boojinaa!» woliin jedhane.