2 Kings 3:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri fulla sunini bahe jennaani worri Israeli kae, worra had'e ufira deebise, reebuma reebe, worra hobaase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaan qe'ee worra Israa'elii dhaqan worri Israa'elii ka'anii worra Moo'aabiitiin lolan; isaanillee isaan jalaa dheessan; worra Moo'aabiitiin lolanii biyya isaanii keessa seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Mo'aaboti addee quttuma Israa'elii dhufanu, Israa'elooti ka'anee haga isaan baqatanutti isaan lolane; Israa'elooti lafa san timanee Mo'aabota fixane.