2 Kings 3:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dira worrale balleese. Worri Israeli, ato oobru worraa taani keesa dabru, d'akha iti guure oobru ch'ufa d'akhaani duuche; ammalle madda ch'ufa duuchani, mukeeni worraa dadansa ch'ufa ch'irani. Eege, dira Kea-Haresethi ch'allaati hafe, isaale worri gullubaa marse d'akhaani had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota isaaniillee diiganii qonna isaanii irratti namni maruu dhagaa tokko tokko buusan; burqaa bisaanii maraa hin duuchan; muka daraaru maraa hin muran; qachattii guddoo Qirhaaresii callaa dhiisan; qachattii isaan dhiisan san worri dhagaa furaanfurrisaan darbatu marsanii dhayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachoota isaanii balleessanee, fichaan dadansaan isaaniille haga dhaka'aan guutamutti nami marti dhakaa itti dadarbate; madda isaanii mara duuchanee, muka dadansaa isaanii mara muranee jijjissane. Qachaa Qir-Heresii qofatti dhakaa ifii woliin hafe; qachuma sanuu loltooti looyya'aan marsitee lolte.