2 Kings 3:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Moabu aka dabsatani arginaani, nama d'ibba torba, ka goraade qabu, fuud'e, irreeni nyaapa isaa kaani keesa dabru fed'e, aka sila gara hayyu Shamuti baqatu, ammo indad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Moo'aabii akka lolli isatti hammaate haga arge namoota dhibba torbaa ka guraade'een lolan fudhatee isaan gara mootii Eedoomiyaasii ceeyuu yaalan; isaan garuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Mo'aabii lolli akka itti jabaate yennaa dhagge, namoota shallaagaa hidhatane dhibba torba fudhatee, karaa mooticha Edoomiitiin cassee seeniisaaf wodhaane; ammoo isaan hin dandeenne.