2 Kings 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Meshani hayyuuni Moabu, nama guddo hooliye qabu, duuba ganna ch'ufa inni ilmoole hooliye isaa kuma d'ibba tokotifi hooliye kuma d'ibba toko dabbasa iraa ch'ire, waan kana hayyu Israeliti damoosa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Moo'aabii Moosaan hoolota horsiisa ture; inni rifeensa hoolaa kuma dhibba tokkootii fi ilmoolee hoolotaa kuma dhibba tokkoo mootii Israa'eliitii gabbara kenna'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Mo'aabii Meshaa'i hoolee horsiisaayyu; inni buruusoo hoole'ee kuma dhibba tokkoo fi korbeeyyii hoole'ee ta rifeensi irraa hin ciramin kuma dhibba tokko mootii Israa'eliitiif kennaayyu.