2 Kings 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahabuni hayyuuni Israeli due jennaani, Meshani waan duri baasu kaani garagale baasu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu haga mootichi Aki'aabi du'een maayessa mootiin biyya Moo'aabii Moosaan Israa'elitti ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Israa'elii Ahaab du'een duuba ammoo, mootiin Mo'aabii Meshaa'i Israa'el irratti ka'e.