2 Kings 3:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qonqo Yehoshefathi hayyu Yudati erge waan jed'eeni: Hayyuuni Moabu ya nati gargale; atini wahela na intaatu, aka Moabu had'u d'annu? Inni waan jed'eeni, Hayye dansa, ha tatu, anini kurfo jira aka si qarqaaru, fardooleeni tiyyaafi nami kiyyaleeni ch'ufti kurfo jirani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara Iyyoosaafixii mootii Yihuuda'aa, «Mootichi biyya Moo'aabii natti ka'eeraa na woliin lolaaf biyya Moo'aabii irratti baataa?» jedhee dhaamsa itti erge; innillee, «Ee hin baya; anii fi ati tokko; baniin kiyya banii keeti; faradoon tiyyallee faradoo teeti» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Yihuda'aa Yoshaafaaxille'etti ergee, «Mootiin Mo'aabii na irratti waan ka'eef, isa loliisaaf na woliin hin dhaxxaa?» jedhee gaafate. Yoshaafaax deebisee, «Ani si woliin hin dhaqa; ani akkuma keeti; kolbaan tiyya teeti; fardoon tiyyalle teeti;