2 Kings 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kami yaana? Yehoramuni waan jed'eeni, Kara d'eera lafa aloo ta Edomu keesa bahu kaani gula yaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa «Lolu'uuf karaa kamiin deemna ree?» jedhee isa gaafate. Mootichi Iyyooraam, «karaa lafa gammoojji'ii ka biyya Edoomiyaasiitiin deemna» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ammoo karaa kamiin itti duulla?» jedhee gaafate. Mootichi Yehoraamille, «Karaa lafa goomolee Edoomiitiin» jedhee deebise.