2 Kings 4:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan hojattu isaa Gehazini jed'e, Beeni jaarti suni gayaami. Isiini d'ufte jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hojjataa ufii ka Giyaaz jedhamuun, «Ka'ii dubartittii qachaa Suunaamii waami» jedheen; isiinillee dhuftee isa afoo dhaabatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni tajaajilaa ifii Gehaaziin, «Shuneemittii san waami» jedhe. Yennaa inni isii waame, isiin dhuttee isa dura dhaabbate.