2 Kings 4:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan Gehazini jed'e waan atini jettuuni, Atini guddo nu jette gaargalte; maani sii tolchu male? Atini ana hayyuuti sii dubbatu feeta mo, ana gudda askartiti sii dubbatu feeta mo, maani feeta? Isiini waan jetteeni, Anini gaargala inqabu, worruma kiyya keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni Giyaaziin, «Waan mishaa isiin nuu goote maraan ani maal akka isi'ii godhu akka barbaaddu gaafadhu; maal laataa wonti dhaqee mootichaaf yookaan ajajaa loltootaatitti isi'ii himu jiraachuu danda'aa» jedheen. Isiinillee, «Hulee jiraata'aaru kanatti fira kiyya jidduu waan jiraata'aaruuf wonti na rakkisu hin jiru» jettee deebifteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni tajaajilaa ifiitiin, « ‹Ati haga kana mara nu'uuf rakkatteerta, ani maan si'iif godhu ree? Mootichatti yookiin ajajaa loltootaatitti maan si'iif himu ree?› jedhii isi'itti himi» jedhe. Isiille deebittee, «Ani kolbaa tiyya odduu jira» jette.