2 Kings 4:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan jed'eeni, Me isi gayaami. Isiini d'ufte balbala keesa ejinaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i, «Akka dhuftu isi'itti himi» jedhee isa ajaje. Isiin dhuftee balbala isaa ladda dhaabatte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Elsaa'i, «Isii waami» jedhe. Maarre inni isii waamee, isiille dhuttee balbala dura dhaabbatte.