2 Kings 4:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan jed'eeni, Mara woga tana atini ilma kanke qomaa qabda. Isiini waan jetteeni, Aabbo, atini nama Waaqati, d'ara nati indubbatini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni isi'iin «Bara dhufu woggaa adhaa ji'a kana keessa ilma ammatta» jedheen. Isiin garuu, «Akkasii miti! gooftaa kiyya; nama Rabbii! yabo'oo jecha abdi'ii ka hin raawwatamne natti hin himin!» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'ille, «Bara dhufu yennaa akkanaa ilma hin annatta» jedheen. Isiin, «Waawwo'o! Goottaa kiyya, nama Waaqaa, ana tajaajiltuu teetitti dhara hin dubbatin» jetteen.