2 Kings 4:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Elishani jed'e kaani wogaani sunini marraani isiini ilma deete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin sun garuu ulfooftee akkuma Eelsaa'i isi'iin jedhe woggaa san keessa ji'uma sanitti ilma deette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo akkuma Elsaa'i isi'itti hime, dubartittiin sun ulfoottee, woggaa itti aantu yennuma inni dubbatetti ilma deette.