2 Kings 4:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurbaani jabeefate jennaani, gaafa toko kae, gara abba isa, ka oobru keesa mid'aani biyyaani woliini muru jiru, d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daa'imni sun guddatee gaaf tokko hennaa midhaan haamamu gara abbaa isaa ka hojjattoota ufii woliin midhaan haama'aaruu dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mucaan sun yennaa guddate, gaafa tokko bayee gara abbaa ifii ka worra midhaan haamu woliin jiruu dhaqe.