2 Kings 4:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani maruma toko iyye waan abbaani jed'e, Mataani na d'ukuba! Mataani na d'ukuba! Abbaani waan hojattu isatini jed'e, Gurba gara haad'a geesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dimmaa daa'imni sun abba'aan, «Mataa kiyya! mataa kiyya!» jedhee gara abbaa ufii iyye; abbaan ammo hojjataa ufii waamee, «Daa'ima kana haadha bira geessi» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mucaan sun abbaa ifiitiin, «Mataa kiyyaa! Mataa kiyyaa!» jedhe. Abbaan tajaajilaa ifiitiin, «Mucaa ba'adhuutii gara haadha isaa geessi» jedhe.